Waltajjiin Qormaataa Qoraasuma afaan Oromoo bakka:
1. Dhiibbaan afaan Oromoorra turtee fi jirtu,
2. Akkaataa dhiibbaa sana jalatti afaan kun itti jiraachaa dhaa jiru,
3. Hundee isaa qorchuu
4. Tika barbaachisuu godhuufiif
5. Abbaa itti horuun itti marihatamtu.
Jaarmayni kun jaarmaya walaba, kan bu’aa qabeenyaa arkachuu dhaf hin hojjanne, kan akka seera USAtti galmaawee namummaa seeraa qabu, kan caasaa fi seera ifii tin bulu.